
Sochiin uummata nannawaa Finfinneetti argamuu haalaan jabaachaa jiraachuu irraa yaaddoo fi sodaan kan itti bulee Wayyaaneen waraanaaisaa hiriirsisuun duulaa sakkatta’insaa fi doorsisaa gaggeessa jirachuun uummata shoroorkeessa jira. Qeerroon bilisuymmaa Oromoo uummaatni Orromoo akeekaa Oromoo qe’ee fi qabeenyaa irraa buqqisuun eenyummaa fi teessumaa Oromiyaa saamuuf maqaa master plan Finfinnee jedhuun Wayyaaneen fiigaa jirtuu dhaabsisuu fi haala waliigala qabsoo bilisummaa Oromoo galiin ga’uuf yeroon gamtaan falmatan amma Oromoo bakka jirtanhundaa socho’aa jechuun uummata Oromoo hundaaf dhaamsa isaa dabarsee jira.
go to link http://qeerroo.org/2015/06/23/mootummaan-wayyaanee-eprdftplf-bifa-adda-taeen-kellaawwaan-nannawaa-finfinneetti-argaman-irratti-sakkattainsa-guddaa-gaggeessaa-jira-namoota-nagaa-sabaaba-itti-b
Ingen kommentarer:
Legg inn en kommentar