
Haala kanaan gandoota Godina Shaggar Aanaa Sulultaa hunda keessaa dargaggoo adamsuunii fi maallaqaan goyyoomsuun gara adda waraana Wayyaaneetti akka makaman gochaa jiru.Qondaalonni Wayyaanee gartuu nama sadii sadiin gandoota baadiyyaa maratti bobbaa’uun dargaggoota dirqisiisuu fi maallaqaanis sossobuun gara Waraana Wayyaaneetti galmaawanii deemsisuuf qophii godhaa jiraachuu fi beeksisa dhimma kanaas baasanii akka jiran beekama.
go to link http://qeerroo.org/2015/06/15/mootummaan-wayyaanee-dargaggoota-oromoo-baadiyyaa-jiraatan
Ingen kommentarer:
Legg inn en kommentar