Keesuummootaa Kabajaa, Miseensotaa fi Hirmaattonni ayyaana Irreechaa Waldayni Baqattoota Oromoo Biyya Masrii qopheesse irratti warri argamtan hundaa fi kan osoo dhufuu fedhii qabdan haalli isinii mijachuu dhabuudhaan hanqattanis hundi keessanuu Galatoomaa!!!! Akkasuma Miseensotaa fi deeggartoonni keenna kan humnaa fi qabeenyanis guyyaa kana milkeessuuf itti dadhabdan hundi keessanuu galatni keessan bilisummaa haa ta'u!!!
Koree Qopheessituu Ayyaana Irreechaa
Waldaya Oromo Biyya Masrii
Onkololeessa 13 Bara 2013
Koree Qopheessituu Ayyaana Irreechaa
Waldaya Oromo Biyya Masrii
Onkololeessa 13 Bara 2013
Ingen kommentarer:
Legg inn en kommentar