
Yeroo ammaa kanatti barattoota Oromoo Yuuniverstiilee adda addaa keessaa gara maatii isaaniitti galan adamsee qabuun mana hidhaa naannoo godina Wallagaa aanaa Waamaa Hagaloo mana hidhaa Moxxii jedhamu keessatti hidhaa akka jiru gabaasi nu gahe addeessa,hanga ammaatti barattoota hidhaman keessaa

- Barataa MOHIIBUL MISGAANUU
- Barataa DASSAALENY EEBBISAA,
- BarataaMOOTUMMAA MISGAANUU,
- Barataa FAYISAA OLAANII,TAMASGEEN
- Barataa IBSAA,LAMMAA TARFAA,
- Barataa HAMBISAA BIRAANUU
Fi akkaan kaan hedduun keessatti argamu.
go to link http://qeerroo.org/2015/07/15/barattooti-oromoo-yuuniversitiilee-adda-addaa-irraa-boqonnaaf
Ingen kommentarer:
Legg inn en kommentar